Namichi nama du'e baasuuf boolla seene ofiif du'e
Namichi nama du'e baasuuf boolla seene ofiif du'e
Maxxanfame
''Waaqni nama haa oolchu'' jedha ummanni waan akkanaa.
''Hammatee osoo boo'aa jiruu innis hoollachuu jalqabe. ..[achumaan] lubbuun isaa darbe.''
Namichi hiriyyaa isaa boolla qotu boolla keessatti du'e baasuuf seene ofiifis du'e, gaddis hammaate.
Seenaan kuni asuma Itoophiyaa keessatti mudate. Sababni du'a isaanii ammallee hin beekamne.



