Jimaatni 'Bara Dhumaatii?'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Sadaasa 'Bara Dhumaadhaa?'
Jimaatni 'Bara Dhumaatii?'
Maxxanfame

Gidduu kana namoonni 'Barri Dhumaa' ykn 'Qiyaamaan' gahe jechaa jiru. Kaan ni qoosu.

Yoom akka ta'e ifa miti malee amantaa Kiristaanaas ta'e Islaamaa keessatti barri dhumaa inuma jira.

Jimaata Sadaasa 13, 2026 garuu dhuguma bara dhumaatii? Eessaa dhufee odeeffamaa jira?