Iskindir Faannoo keessaa maaf baafame?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Iskindir Faannoo keessaa maaf baafame?
Maxxanfame

Gartuun Naannoo Amaaraa Keessatti hidhannoon mootummaa Federaalaa lolaa jiru Ye Amaaraa Faannoo Biheerraawwii Niqinnaaqee jedhamu qabsa'aa maqaa guddaa kan ta'e Iskindir Naggaa miseensummaarraa haqamuu beeksise.

Dhaabichi ibsa torban darbe baaseen Iskindir Naggaa sababa gocha seeraan alaa raawwateef miseensummaarraa dhorkameeraa jedhe.

Iskindir Naggaa gaaffiifi deebii BBC waliin taasiseen ejjennoon gargar bahus dhaabicha deeggaruu akka itti fufu hime.

Viidiyoon guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorra jira. Daawwadhaa!