Mesiin biyyaaf taphachuu dhaabe
Mesiin biyyaaf taphachuu dhaabe
Maxxanfame
Taphataan beekamaa lammii Arjantiinaa Liyoonel Mesiin kubbaa idil-addunyaa taphachuu dhaabuu beeksiseera.
Mesiin waggaa kudhan durallee erga murtee kanarra gahee booda deebisee taphachuu eegale.



