Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- US xiyyaarota boombii dhukaasan hunda buufata Biriteen, RAF keesaa baaste
- Doorsisa humna waraanaa ykn qoqqobbiin gonkumaa furmaati hin dhufu- Ministira dhimma alaa Iraan
- US karaa mariisiftootaa yaada haaraa dhiyeessuu Iraan himte
- Hidhattoonni Huutii Yaman kuusaa boba'aa Sa'uudii Arabiyaa magaalaa Riyaaditti argamu haleeluu ibsan
- Odeessaalee karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.























