'Eenyuyyuu gaddaan akka waa naaf godhu hin fedhu' - qaama miidhamaa leenjisaa Tekwaandoo tahe
Maxxanfame
Kamaal Qaasiim ijoollummaa saatti miilasaa tokko dhabe. Garuu ammoo fedhii ispoortiif qabu haallii kun isa hindhorkine. Amma Tekaandoo leenjisaa jira.
