Koroonaavaayiras: Dargaggeessa meeshaa tuttuqqaa harkaa malee harka ittiin dhiqatan kalaqe
Maxxanfame
Izaddiin Ahimad hojiilee kalaqaa hedduun beekama. Tibba weerara koronaavaayiras kana ammoo tuttuqqaa harkaa malee meeshaa harka ittiin dhiqatan kalaqee jira. Dhiyaadhaa