Keeniyaatti intala qoccollaa irra aantee, sirbuu jalqabde
Maxxanfame
Enjiil Waanjiruu rakkoo fayyaa Haayidirooselphaalasii jedhamu waliin dhalatte. Mataanshee kan namoota biroorraa addatti guddatu jechuu dha, isheen garuu abjuushee hordofuu itti fufte.


