Magaalaa Biraazil namoota lakkuu baayyee qabdu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Magaalaa Biraazil namoota lakkuu baayyee qabdu
Maxxanfame

Kaandiidoo Goodiyoon magaala Biraazil jiraattota 7000 qabdu dha. Lakkoofsi lakkuuwwanii magaala kanaa immoo danuu dha.BBC n kanneen keessaa muraasatti haasa'eera.