Fedhiin dimokraasii gara gadiitti bu'uunsaa jijjiiramoonni akka dhufan taasiseera

Ibsa waa'ee viidiyoo, Fedhiin dimokraasii gara gadiitti bu'uunsaa jijjiiramoonni akka dhufan taasiseera
Maxxanfame

Yeroo lammaffaaf hidhamee kan ba'e gaazexessaa Iskindir Naggaa fedhiin dimokraasii gara gadiitti bu'uunsaa jijjiiramoonni akka dhufan taasiseera.