KALLATTIIN, US guyyaa guyyaa sadi keessatti si'a lammaffaa Iraanirratti haleellaa gaggeessite

Humni Waraanaa US magaalaa buufata doonii Iraan kan taate Baandar Abbaas irratti haleellaa gaggeessuu beeksise.

Guduunfaa

US guyyaa guyyaa sadi keessatti si'a lammaffaa Iraanirratti haleellaa gaggeessite

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

Ashamaa!

Tamsaasa kallattii keenya har'aa eegalleera!

Ameerikaan guyyaa sadi keessatti si'a lammaffaa har'a Iraanirratti haleellaa gaggeessite.

Dhimma muddama US-Iraan, odeessawwan biyya keessafi idiladdunyaa battalatti isin biraan geenya.

Karaa marsariitii, facebook, YouTube fi WhatsApp BBC Afaan Oromoo nu hordofaa.

Dhiyaadhaa!