'Aartii dhakaa kaabuu' dhageessanii beektuu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Aartii dhakaa kaabuu' dhageessanii beektuu?
'Aartii dhakaa kaabuu' dhageessanii beektuu?
Maxxanfame

Namni dhakaa kaabun beekamu kun Gaawutam jedhama. Dhaakaa boca garaa garaafi wal-hin madaalle kaaba.

Dhagaa kaabun sammuun waan tokkorratti akka xiyyeefatuufi obsallee akka nama barsiisu hima.