Gaaffii maatii Eebbisaa waggaa 30'f ture

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Gaaffii maatii Eebbisaa waggaa 30'f ture
Maxxanfame

Weellisaa Eebbisaa erga Finfinneetti ajjeefamee waggaa 30 guuteera.

Weellisaan rifeensa daabeen beekamu dhala hin godhanne.

Harmeen isaa ammallee haqni isaa hin baane jechuun himatu.

Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorraa argattu.