'Ofitti amanuuf dura fakkeessi'
'Ofitti amanuuf dura fakkeessi'
Maxxanfame
"Fakkeessuu jalqabuun furtuu ofitti amanamummaa gabbisanidha." Kuni jecha ogeessa xiinsammuuti.
Ofitti amanamummaa keenya dabaluuf wantoota gochuu qabnu ogeeyyiin gorsu.
Isin ofitti amanamummaa fooyyessuu barbaadduu?
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoo irratti daawwadhaa.



